Luqaas 24:30, 31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Utuu isaanii wajjin maaddiitti dhihaatee jiruus, daabboo fuudhee eebbisee, caccabsee isaaniif kennuu jalqabe.+ 31 Yeroo kanatti ijji isaanii guutummaatti waan banameef inni isa taʼuu isaa hubatan; inni garuu isaan jalaa dhokate.+
30 Utuu isaanii wajjin maaddiitti dhihaatee jiruus, daabboo fuudhee eebbisee, caccabsee isaaniif kennuu jalqabe.+ 31 Yeroo kanatti ijji isaanii guutummaatti waan banameef inni isa taʼuu isaa hubatan; inni garuu isaan jalaa dhokate.+