-
Hojii Ergamootaa 2:46, 47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Guyyaa guyyaadhaan yeroo hunda yaada tokkoon mana qulqullummaa keessatti walitti ni qabamu turan; nyaata isaaniis gara mana adda addaatti geessanii gammachuu guddaa fi garaa qulqulluudhaan waliin nyaatu turan; 47 Waaqayyoon ni galateeffatu, namoota hunda birattis ulfina qabu turan. Yihowaanis* guyyaa guyyaadhaan namoota fayyan isaanitti dabala ture.+
-