Yohaannis 7:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Guyyaa xumuraatti, jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti+ Yesuus dhaabbatee sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe: “Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee haa dhugu.+
37 Guyyaa xumuraatti, jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti+ Yesuus dhaabbatee sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe: “Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee haa dhugu.+