-
Yohaannis 2:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Haa taʼu malee, yeroo Ayyaana Faasikaatti yommuu inni Yerusaalem keessa turetti, namoonni hedduun dinqiiwwan inni raawwate arguudhaan maqaa isaatti amanan.
-