Keessa Deebii 18:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+ Luqaas 24:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Achiis, “Inni ani yommuun isinii wajjin turetti wantoonni waaʼee koo Seera Musee, Raajotaa fi Faarfannaa keessatti dubbataman hundi raawwatamuu qabu jedhee isinitti dubbadhe+ kana dha” isaaniin jedhe.+ Yohaannis 1:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Filiphoos Naatnaaʼeliin+ argatee, “Yesuus ilma Yoseef+ isa biyya Naazireet, isa Museen Seericha keessatti waaʼee isaa barreessee fi Raajonni waaʼee isaa barreessan arganneerra” isaan jedhe.
15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+
44 Achiis, “Inni ani yommuun isinii wajjin turetti wantoonni waaʼee koo Seera Musee, Raajotaa fi Faarfannaa keessatti dubbataman hundi raawwatamuu qabu jedhee isinitti dubbadhe+ kana dha” isaaniin jedhe.+
45 Filiphoos Naatnaaʼeliin+ argatee, “Yesuus ilma Yoseef+ isa biyya Naazireet, isa Museen Seericha keessatti waaʼee isaa barreessee fi Raajonni waaʼee isaa barreessan arganneerra” isaan jedhe.