-
Maarqos 6:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Namoonni garuu yommuu isaan deeman ni argan; hedduun isaaniis deemuu isaanii waan beekaniif, magaalota hunda keessaa baʼanii fiiguudhaan miilaan isaan dursanii achi gaʼan.
-