-
Yohaannis 1:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Achiis Yesuus garagalee isa duukaa buʼaa akka jiran yommuu argu, “Maal barbaaddu?” isaaniin jedhe. Isaanis, “Rabbii (hiikni isaa, “Barsiisaa” jechuu dha) eessa jiraatta?” isaan jedhan.
-