Yohaannis 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kana malees, Ilma namaa isa samii irraa gad buʼe+ malee, namni gara samiitti ol baʼe tokko illee hin jiru.+ Yohaannis 8:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis akkana isaaniin jedhe: “Isin kan gadii ti; ani garuu kan olii ti.+ Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti. Yohaannis 8:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “As kanan dhufe isa biraa waan taʼeef, Waaqayyo utuu Abbaa keessan taʼee na jaallattu turtan.+ Isatu na erge+ malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dhufne.
13 Kana malees, Ilma namaa isa samii irraa gad buʼe+ malee, namni gara samiitti ol baʼe tokko illee hin jiru.+
23 Innis akkana isaaniin jedhe: “Isin kan gadii ti; ani garuu kan olii ti.+ Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
42 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “As kanan dhufe isa biraa waan taʼeef, Waaqayyo utuu Abbaa keessan taʼee na jaallattu turtan.+ Isatu na erge+ malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dhufne.