Yohaannis 10:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Hoolonni koo sagalee koo ni dhagaʼu, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buʼu.+ 28 Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna;+ isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu iyyuu harka koo keessaa isaan hin butatu.+
27 Hoolonni koo sagalee koo ni dhagaʼu, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buʼu.+ 28 Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna;+ isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu iyyuu harka koo keessaa isaan hin butatu.+