Yohaannis 6:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Nyaanni jiraataan samii irraa buʼe ana dha. Namni nyaata kana irraa sooratu hundi bara baraaf ni jiraata; nyaanni ani kennu immoo foon koo isa ani addunyaan jireenya akka argatuuf kennu dha.”+
51 Nyaanni jiraataan samii irraa buʼe ana dha. Namni nyaata kana irraa sooratu hundi bara baraaf ni jiraata; nyaanni ani kennu immoo foon koo isa ani addunyaan jireenya akka argatuuf kennu dha.”+