Yohaannis 6:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Jireenya kan kennu hafuura;+ foon faayidaa tokko illee hin qabu. Dubbiin ani isinitti dubbadhe hafuura, jireenya dhas.+ Yohaannis 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+
63 Jireenya kan kennu hafuura;+ foon faayidaa tokko illee hin qabu. Dubbiin ani isinitti dubbadhe hafuura, jireenya dhas.+
3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+