Luqaas 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Uummatichi Kiristoosiin eegaa waan tureef hundi isaanii, “Namni kun Kiristoos taʼinnaa laata?” jedhanii waaʼee Yohaannis garaa isaaniitti yaadu turan.+
15 Uummatichi Kiristoosiin eegaa waan tureef hundi isaanii, “Namni kun Kiristoos taʼinnaa laata?” jedhanii waaʼee Yohaannis garaa isaaniitti yaadu turan.+