LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 18:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Waaqni kee Yihowaan obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaʼuu qabdu.+

  • Yohaannis 6:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namoonni sun dinqii Yesuus hojjete yommuu argan, “Kun dhuguma iyyuu Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dha”+ jedhan. 15 Achiis Yesuus, namoonni sun dhufanii qabanii mootii isa gochuuf akka yaadan waan hubateef, ammas kophaa isaa+ gara gaaraatti ol baʼe.+

  • Yohaannis 7:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Guyyaa xumuraatti, jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti+ Yesuus dhaabbatee sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe: “Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee haa dhugu.+

  • Yohaannis 7:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Namoota sana keessaa warri kana dhagaʼan tokko tokko, “Dhuguma iyyuu kun Raajicha dha”+ jedhan.

  • Hojii Ergamootaa 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Museen iyyuu akkana jedheera: ‘Waaqni keessan Yihowaan* obboloota keessan gidduudhaa raajii akka kootii isiniif ni kaasa.+ Wanta inni isinitti himu kam iyyuu dhagaʼuu qabdu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi