LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 7:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis Yesuus mana qulqullummaa keessatti utuu barsiisuu sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe: “Isin ana beektu, eessaa akkan dhufes beektu. Ani ofii kootiin kakaʼee hin dhufne;+ haa taʼu malee, inni ana erge sun dhuguma jira; isin garuu isa hin beektan.+

  • Yohaannis 13:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Yesuus Abbaan wanta hunda harka isaatti dabarsee akka kenne, inni Waaqayyo biraa akka dhufee fi gara Waaqayyoo akka dhaqu waan beekeef,+

  • Yohaannis 16:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ani bakka buʼaa Abbaa taʼee gara addunyaa dhufeera. Amma addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi