Yohaannis 7:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kanaafuu, isa qabuudhaaf yaalii gochuu jalqaban;+ haa taʼu malee, saʼaatiin isaa amma iyyuu waan hin geenyeef, eenyu illee isa hin qabne.+
30 Kanaafuu, isa qabuudhaaf yaalii gochuu jalqaban;+ haa taʼu malee, saʼaatiin isaa amma iyyuu waan hin geenyeef, eenyu illee isa hin qabne.+