LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Fariisonni garuu yommuu kana dhagaʼan, “Namni kun bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* yoo taʼe malee, jinniiwwan hin baasu”+ jedhan.

  • Yohaannis 7:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namoonni sunis, “Jinniitu si irra jira. Eenyutu si ajjeesuu barbaada?” jedhanii deebisan.

  • Yohaannis 10:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hedduun isaanii, “Jinniitu isa keessa jira; inni maraateera. Maaliif isa dhaggeeffattu?” jedhu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi