28 Achiis Yesuus mana qulqullummaa keessatti utuu barsiisuu sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe: “Isin ana beektu, eessaa akkan dhufes beektu. Ani ofii kootiin kakaʼee hin dhufne;+ haa taʼu malee, inni ana erge sun dhuguma jira; isin garuu isa hin beektan.+