-
Yohaannis 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 (Yohaannis waaʼee isaa dhugaa baʼeera; eeyyee, sagalee isaa ol kaasee, “Inni kun isa ani waaʼee isaa, ‘Inni ana duubaan dhufu ana dura jiraachaa waan tureef,+ ana irra ni caala’ jedhe sana dha” jedheera.)
-