Maatewos 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge.
16 Yesuus erga cuuphamee booda, yeruma sana bishaanicha keessaa ni baʼe; yeroo kanatti samiiwwan ni banaman;+ inni hafuurri Waaqayyoo akka gugeetti* gad dhufee yommuu isa irra buʼu+ ni arge.