-
Luqaas 10:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Maartaan garuu hojii hedduudhaan qabamtee yaanni ishii hihiramee ture. Kanaafuu, gara Yesuus dhuftee, “Gooftaa, obboleettiin too hojii kana hunda na irratti dhiisuun ishii si hin yaaddessuu? Dhuftee akka na gargaartu itti himi” jette.
-