LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 13:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yommuu inni gad baʼus Yesuus akkana jedhe: “Amma Ilmi namaa ulfina argateera;+ Waaqayyos karaa isaa ulfina argateera. 32 Waaqayyo ofuma isaatii ulfina isaaf ni kenna;+ inni yeruma sana ulfina isaaf ni kenna.

  • Yohaannis 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, gara samii ilaalaa akkana jedhe: “Yaa Abbaa, saʼaatichi gaʼeera. Ilmi kee ulfina akka sii kennuuf, ilma keetiif ulfina kenni;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi