Yohaannis 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Yaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera.+ Maarree ati akkamitti, ‘Abbaa nutti argisiisi’ jetta?
9 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Yaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera.+ Maarree ati akkamitti, ‘Abbaa nutti argisiisi’ jetta?