Yohaannis 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan. Yohaannis 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 12 Sana booda Yesuus ammas, “Ani ifa addunyaa ti.+ Namni ana duukaa buʼu kam iyyuu ifa+ jireenyaa argata malee, matumaa dukkana keessa hin deddeebiʼu” isaaniin jedhe. Yohaannis 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Addunyaa keessa hamman jirutti ani ifa addunyaa ti.”+
19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan.
8 12 Sana booda Yesuus ammas, “Ani ifa addunyaa ti.+ Namni ana duukaa buʼu kam iyyuu ifa+ jireenyaa argata malee, matumaa dukkana keessa hin deddeebiʼu” isaaniin jedhe.