Yohaannis 19:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kanaafuu, Yesuus haati isaa fi barataan inni jaallatu+ naannoo sana dhaabbatanii yommuu argu, haadha isaatiin “Dubartii nana, ilaa ilma kee!” jedhe. Yohaannis 20:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Yesuus jaallatu+ sanaatti fiigdee dhuftee, “Gooftaa awwaalicha keessaa fudhataniiru;+ eessa akka isa kaaʼanis hin beeknu” isaaniin jette.
26 Kanaafuu, Yesuus haati isaa fi barataan inni jaallatu+ naannoo sana dhaabbatanii yommuu argu, haadha isaatiin “Dubartii nana, ilaa ilma kee!” jedhe.
2 Kanaafuu, gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Yesuus jaallatu+ sanaatti fiigdee dhuftee, “Gooftaa awwaalicha keessaa fudhataniiru;+ eessa akka isa kaaʼanis hin beeknu” isaaniin jette.