Yohaannis 7:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Isin na barbaaddu, garuu na hin argattan; bakka ani jirus dhufuu hin dandeessan.”+ Yohaannis 8:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kanaafuu ammas, “Ani nan deema, isinis na barbaaddu, taʼus cubbuu keessaniin ni duutu.+ Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessan”+ isaaniin jedhe.
21 Kanaafuu ammas, “Ani nan deema, isinis na barbaaddu, taʼus cubbuu keessaniin ni duutu.+ Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessan”+ isaaniin jedhe.