LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 10:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani balbalicha; namni karaa koo seenu hundi ni fayya; inni ol ni seena, gad ni baʼa, bakka dheedichaas ni argata.+

  • Efesoon 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 sababiin isaas, nuti saboonni lamaan karaa isaa hafuura tokkoon bilisummaadhaan Abbaatti dhihaachuu dandeenyeerra.

  • Ibroota 10:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa obbolootaa, dhiiga Yesuusiin daandii gara iddoo qulqulluutti+ geessutti galuuf ija jabina* arganneerra; 20 daandiin inni nuuf bane* kun daandii haaraa gara jireenyaatti geessu dha; kana kan godhes golgaa+ sana jechuunis foon isaa keessa darbuudhaani;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi