Yohaannis 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Anatu isin filate malee, isin na hin filanne; isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessan akka jiraatuuf ani isin muudeera; kanas kanan godhe, wanta maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni akka isiniif kennuufi.+ Yohaannis 16:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Guyyaa sanatti isin gaaffii tokko illee na hin gaafattan. Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin wanta akkamii iyyuu Abbaa yoo kadhattan,+ inni maqaa kootiin isiniif ni kenna.+
16 Anatu isin filate malee, isin na hin filanne; isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessan akka jiraatuuf ani isin muudeera; kanas kanan godhe, wanta maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni akka isiniif kennuufi.+
23 Guyyaa sanatti isin gaaffii tokko illee na hin gaafattan. Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin wanta akkamii iyyuu Abbaa yoo kadhattan,+ inni maqaa kootiin isiniif ni kenna.+