-
Yohaannis 13:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yommuu wanti kun raawwatamu ani isa taʼuu koo akka amantaniif, ammaa jalqabee, raawwatamuu isaa dura ani isinitti himeera.+
-
-
Yohaannis 14:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kanaafuu, wanti kun yommuu raawwatamu akka amantaniif, ani amma wanti kun raawwatamuu isaa dura isinitti himeera.+
-