LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Guyyaan kun yaadannoo isiniif ni taʼa; guutummaa dhaloota keessanii keessattis akka ayyaana Yihowaatti isa kabajaa. Akka dambii dhaabbataatti isa kabajaa.

  • Lakkoofsa 28:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Jiʼa isa jalqabaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 14ffaatti Faasikaan Yihowaa ni kabajama.+

  • Keessa Deebii 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Waaqni kee Yihowaan halkan keessa biyya Gibxii keessaa kan si baase jiʼa Abiibitti* waan taʼeef,+ jiʼa Abiib yaadadhu; Waaqa kee Yihowaadhaafis Faasikaa kabaji.+

  • Yohaannis 11:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Yeroo kanatti Faasikaan+ Yihudootaa dhihaatee waan tureef, namoonni hedduun Faasikaan gaʼuu isaa dura akka sirna amantiitti of qulqulleessuuf baadiyyaadhaa gara Yerusaalem dhaqan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi