Yohaannis 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ani nagaa isin biratti nan dhiisa; nagaa koo isiniif nan kenna.+ Nagaa koo kanan isiniif kennu akka addunyaan kennutti miti. Garaan keessan akka raafamus taʼe sodaadhaan akka guutamu hin godhinaa. Efesoon 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kiristoos nagaa keenya dha;+ inni girgiddaa gidduu isaaniitti dallaa taʼee gargar isaan baase diigee+ garee lamaan tokko godheera.+
27 Ani nagaa isin biratti nan dhiisa; nagaa koo isiniif nan kenna.+ Nagaa koo kanan isiniif kennu akka addunyaan kennutti miti. Garaan keessan akka raafamus taʼe sodaadhaan akka guutamu hin godhinaa.
14 Kiristoos nagaa keenya dha;+ inni girgiddaa gidduu isaaniitti dallaa taʼee gargar isaan baase diigee+ garee lamaan tokko godheera.+