-
Yohaannis 16:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Ati wanta hunda akka beektuu fi gaaffii hamma gaafatamtutti eeguun akka si hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.”
-