-
Yohaannis 6:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Fedhiin isa na erge sanaa immoo, warra inni naaf kenne hunda guyyaa dhumaatti akkan duʼaa kaasuuf+ malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti.
-