LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,+ Ilmi namaas fannifamuu qaba;+

  • Hojii Ergamootaa 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Waaqni abbootii keenyaa, Yesuus isa isin muka irratti fanniftanii ajjeestan duʼaa kaaseera.+

  • Galaatiyaa 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Namni muka irratti fannifamu hundi abaaramaa dha”+ jedhamee waan barreeffameef, Kiristoos bakka keenya buʼee abaaramaa taʼuudhaan nu bitee+ abaarsa Seerichaa jalaa nu baaseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi