Yohaannis 12:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan;
42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan;