Yohaannis 19:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Kanaafuu, isaan reeffa Yesuus fudhatanii akka aadaa awwaalchaa Yihudootaatti urgooftuu kanaa wajjin uffata quncee talbaa irraa tolfameen kafanan.+
40 Kanaafuu, isaan reeffa Yesuus fudhatanii akka aadaa awwaalchaa Yihudootaatti urgooftuu kanaa wajjin uffata quncee talbaa irraa tolfameen kafanan.+