-
Luqaas 24:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Utuma isaan waaʼee wantoota kanaa dubbachaa jiranii inni gidduu isaanii dhaabbatee, “Nagaan isiniif haa taʼu”+ isaaniin jedhe.
-