4 Dubbii isaa yommuu xumurus Simooniin, “Bakka bishaanichi gad fagaatutti siqi; qurxummii qabuufis saaphana keessan darbadhaa” jedhe. 5 Simoon garuu deebisee, “Barsiisaa, halkan guutuu dhamaʼaa bullee homaa hin qabanne;+ garuu ati waan jetteef saaphana kana nan darbadha” isaan jedhe.