-
Luqaas 24:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Utuma isaan waaʼee wantoota kanaa waliin haasaʼaa fi mariʼachaa jiranii, Yesuus ofuma isaatii isaanitti dhihaatee isaanii wajjin deemuu jalqabe; 16 haa taʼu malee, isaan eenyummaa isaa akka hin beekneef ijji isaanii qabamee ture.+
-
-
Yohaannis 20:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Maariyaam garuu awwaalicha bira dhaabbattee boossi turte. Utuma booʼaa jirtuus, awwaalicha keessa ilaaluuf gad jette;
-