-
Yohaannis 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Inni gara biyya isaa dhufe; sabni isaa garuu isa hin simanne.
-
-
Yohaannis 3:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Dhuguma dhuguman siin jedha, nuti wanta beeknu dubbanna, wanta argines dhugaa baana; isin garuu wanta nuti dhugaa baane hin fudhattan.
-