Hojii Ergamootaa 2:44, 45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Warri amantoota taʼan hundi waliin turan; wanta qaban hundas waliin fayyadamu turan; 45 kana malees lafa isaanii fi qabeenya isaanii gurguranii+ maallaqa isaa akkuma tokkoon tokkoon isaaniitiif barbaachisutti hundumaaf hiru turan.+
44 Warri amantoota taʼan hundi waliin turan; wanta qaban hundas waliin fayyadamu turan; 45 kana malees lafa isaanii fi qabeenya isaanii gurguranii+ maallaqa isaa akkuma tokkoon tokkoon isaaniitiif barbaachisutti hundumaaf hiru turan.+