Hojii Ergamootaa 4:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Warri lafa yookiin mana qaban hundi gurguranii maallaqa isaa waan fidaniif, isaan keessaa namni rakkatu tokko iyyuu hin jiru ture;+ 35 maallaqa isa fidanis ergamootatti kennu turan.+ Isaanis tokkoon tokkoon isaaniitiif akkuma isaan barbaachisutti hiru turan.+
34 Warri lafa yookiin mana qaban hundi gurguranii maallaqa isaa waan fidaniif, isaan keessaa namni rakkatu tokko iyyuu hin jiru ture;+ 35 maallaqa isa fidanis ergamootatti kennu turan.+ Isaanis tokkoon tokkoon isaaniitiif akkuma isaan barbaachisutti hiru turan.+