Maatewos 9:20, 21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+ 21 ishiin garaa ishiitti, “Ani uffata isaa qofa yoon tuqe illee nan fayya” jettee yaadaa turte.
20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+ 21 ishiin garaa ishiitti, “Ani uffata isaa qofa yoon tuqe illee nan fayya” jettee yaadaa turte.