Hojii Ergamootaa 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Dubbiin Yihowaa* garuu guddachaa fi babalʼachaa deeme.+ Hojii Ergamootaa 19:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaan kan kaʼes, dubbiin Yihowaa* caalaatti babalʼachaa fi moʼaa deeme.+