Yohaannis 12:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan; Hojii Ergamootaa 15:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Miseensota garee amantii Fariisotaa keessaa warri amantoota taʼan tokko tokko garuu teessuma isaanii irraa kaʼanii, “Dhaqna isaan qabuu fi Seera Musee akka eegan isaan ajajuun barbaachisaa dha” jedhan.+
42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan;
5 Miseensota garee amantii Fariisotaa keessaa warri amantoota taʼan tokko tokko garuu teessuma isaanii irraa kaʼanii, “Dhaqna isaan qabuu fi Seera Musee akka eegan isaan ajajuun barbaachisaa dha” jedhan.+