-
Luqaas 23:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Namoonni akka gaariitti isa beekan hundis fagaatanii dhaabbatu turan. Dubartoonni Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis achi dhaabbatanii wantoota kana ilaalu turan.+
-