-
Uumama 39:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan garuu Yoseefii wajjin ture.+ Kanaan kan kaʼes, inni milkaaʼina argate; mana gooftaa isaa isa nama Gibxii taʼe sana irrattis ajajaa godhamee muudame. 3 Gooftaan isaas, Yihowaan isaa wajjin akka jiruu fi Yihowaan wanta inni raawwatu hundumaa irratti milkaaʼina akka isaaf kennaa jiru ni arge.
-