-
Baʼuu 1:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kaanee haxxummaadhaan wanta tokko isaan irratti haa raawwannu. Taʼuu baannaan, wal horuu isaanii itti fufu; waraanni yoo kaʼes diinota keenyaa wajjin taʼanii nu lolu; biyyattiis dhiisanii deemu.”
-
-
Baʼuu 1:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Dhuma irrattis Faraʼoon, “Ilma Ibrootaa reefuu dhalate kam iyyuu Laga Abbayyaa keessatti gataa; durba tam iyyuu garuu lubbuudhaan dhiisaa” jedhee saba isaa hundumaa ajaje.+
-