-
Baʼuu 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Intalli Faraʼoon Lagicha keessatti qaama ishii dhiqachuuf yeroo gad buutetti, tajaajiltoonni ishii warri durbaa Lagicha qarqara deemaa turan. Ishiinis guuboo sana shomboqqoo gidduutti argite. Dhaqxee akka fidduufis yeruma sana garbittii ishii ergite.+
-