-
Baʼuu 11:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yihowaanis warra Gibxii duratti sabichaaf ulfina ni kenne. Kana malees, Museen iyyuu biyya Gibxii keessatti tajaajiltoota Faraʼoonii fi sabicha gidduutti nama ulfina guddaa qabu taʼee ture.
-