-
Baʼuu 2:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yeroo dheeraa* boodas mootiin Gibxii ni duʼe;+ Israaʼelonni garuu garboota taʼuu isaaniitiin kan kaʼe aaduu isaanii fi gaddaan iyyuu isaanii itti fufan; iyyi isaan sababii garbummaa isaaniitiin dhageessisanis gara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+ 24 Yeroo boodas Waaqayyo aaduu isaanii ni dhagaʼe;+ kakuu isaa isa Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobii wajjin gales ni yaadate.+
-